Sirna barnoota. 1FFAA 62 BARA 2018 B/GAAF Boqonn Wayitii Qabiyyee Gahumsa Barachuu Barattootaa (MLC) DOMAINS/ SADARKAA FII BEEKUMSAA/ aa Madaallii Dhibban Hubanno Manneen Barnootaa Waajjira Barnootaa Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnoo Keessatti Torban Kabaja Naamusaa Haala Ho'aa Ta'een Kabajameera. Sagantaan Kun bakka hooggantoota Naannoo Oromiyaa, Magaalaa shaggarii ,Kutaa Magaalaa Furiitti fi qooda fudhattoonni adda addaa bakka argamanitti sirna ho'aa ta'een gaaggeeffamee jira. Ministeerri Barnootaa Dr. Guraandhala 27/2018 Naamusni waan hundaaf bu'uuradha. Sirna Barnootaa Barnoota Daree “O” Biiroo Barnootaa Oromiyaa Hagayya Bara 2014 Adaamaa f Kaayyoolee Sirna Barnootichaa • Guddina Miiraafi hawaasummaa, • Guddina qaamaa, • Guddina Afaanii, • Shallaguufi • Yaada da’immanii qaban guddisuun barnoota idileef akka qopha’an gochuudha f Qabiyyee Sirna Barnootichaa • Saayinsii Naannoo • Dubisa Duraa (Early Literacy) • Herreguu Biiroon Barnoota Oromiyaa Barnoota Qulqullina qabu hawaasa biraan ga'uuf sirna barnootaa hunda galeessa ta’e akka barbaachisu beeksise. Sep 30, 2021 · Qophiin s/b haaraafii kallattii gara fula duraa Karoora Barnoota Yaalii Raawwachiisuuf Qophaae 10th12th NLA 2013 EGMA 2014 EGRA 2010 EGRA 2014 EGRA 2016 EGRA 2018 Report Draft 1 (18-10-31) G10&12 2017 ETNLA Draft Report Grade 4 & 8 NLA Repots Grade 4 and 8 NLA 2015 2012Grade 4 & 8 NLA Repots 2012 Aug 21, 2019 · Caasaan Sirna barnoota haarayatti qophaahe sadarkaa sadi kan qabu akka taheefi, haaluma kanaan waggaan 6 sadarkaa jalqabaa, waggaan 2 barnoota jiddu galeessaa, waggaan 4 ammoo sadarkaa 2ffaa akka ta’utti kan qophaaye tahu Ministeerri Barnootaa beeksise. Biiroo Barnootaa Oromiyaa Sirna Barnootaa Barnoota Sadarkaa Tokkoffaan Duraa (BSTD) Sadaasa f Sirna Barnootaa sadarkaa tokkoffaa duraa irraatti Ilaalcha Bu’uuraa walii galaa Qabiyyee • Seensa • Kaarikulamii fi istaandaardii ta’uu • Barnoota sadarkaa tokkoffaa duraa amma jiru irratti jijjiirama gurguuddaa taasifame • Malummaa fi kaarikulamii BSTD Yeroo ammaa • Malleen baruu . Barnoota qulqullina qabu kennuun hirmannaa baratoota cimsuu fi kkf. Dec 27, 2019 · haqamuu qabu! Bu’uurri barnoota Ortodooksii dhala namaa hunda [bifaan, qooqaan, qomoodhaan osoo addaan hin qoodiin] “akka tokkootti” simachuu waan ta’eef siyaasa “qoqqoodanii bulchuuf” hin mijatu. Dhaloonni barnoota gadaafi Safuu barachaa jiraachuun isaanii naamusa irratti jijjirama guddaa fidaa jira. Xilaayee Geetee akka ibsetti, sirna barnootaa haaraya 6-2-4 jedhamee moggaafame kanaan, Barattoonni kutaa 6ffaa Aug 26, 2022 · Kitabileen barnootaa sirna barnootaa haaraa kutaa 5ffaa,7ffaafi 8ffaa liinkii #Telegram armaan gadii irraa argachuu akka dandeessan beeksifna. H): Madaalliin kitaabaa kun ogeessota biiroo, dursitoota garee fi ogeessota Qophiifi Raawwii Sirna Barnoota Afaan Oromoo kutaa magaalaa hunda akkasumas barsiisota gosa barnootaa adda addaan filataman waliin ta’uudhaan gaggeeffamaa akka jiru odeeffannoon kutaa hojichaa irra argame ni agarsiisa. Mana Kiristaanaa (Guraandhala 28/2018 A. BBO Qabiyyee barnoota kana sirna barnoota idilee waliin qindeessanii barsiisuuf kallatti mul’isuu: Qabiyyee barnootaa kana sirna barnoota idilee waliin qindeessuuf yaada armaan gadii hordofuun ykn irra deebi’uun barsiisuu nidandeessu: Saayisii Naannoo: Kitaaba barataa Saayinsii Naannoo kutaa 3ffaa boqonnaa tokko jalatti mata duree “fayyaa Manneen Barnootaa Waajjira Barnootaa Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnoo Keessatti Torban Kabaja Naamusaa Haala Ho'aa Ta'een Kabajameera. Turan eebbifaman. L. Sababa kanaan “meeshaa mootota durii! amantaa nafxanyootaa! farra sirna federaalaa!” jedhanii komachuun aadeffatameera. Biirichi, leenjii leenjistootaa madaqiinsa sirna barnoota Sep 3, 2021 · Sirna barnootaa haaraa Abara barnootaa 2014 hojiirra ooluuf jiru keessatti immammanni afaanii jijjiirame akka hin jirre Biiroon Barnoota Oromiyaa hime. Ga'eessota barsiisuun hawaasa barsiisuudha! Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Furiitti Barattoonni 3336 Barnoota ga'eessotaa barachaa. GABATEE MURTEESSITUU QORMAATAA (TABLE OF SPECIFICATION) GOSA BARNOOTAA: SAFUU FI SIRNA GADAA KUTAA : 6 WAYITII WALIIGALAA SEM.